Indirizzo del canale:
Categorie:
Uncategorized
Lingua: Italiano
Abbonati:
915
Descrizione dal canale
Ørømúmmááñ
Dhíígå kééñyàà
❤💜❤
Làféétééñyá
ßéékíí
❤💜❤
JOIN
Ratings & Reviews
Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.
5 stars
0
4 stars
0
3 stars
1
2 stars
0
1 stars
1
Gli ultimi messaggi
2023-04-18 00:29:38
Carraan qooda danfaati. Hamma danffitu carraa guddaa argatta.
@jechoota_saykolojii
409 viewsÃrìf Høt, 21:29
2023-03-06 21:31:08
Ofitti àmanamummaa yoo hin qabaanne kharaa ittin moo'amtu barbaadda.
@jechoota_saykolojii
764 viewsÃrìf Høt, 18:31
2023-02-28 22:44:40
Akka dhalootatti abdii hortutti jiraadhu malee dhaloota abdii khutuuf hin jiraatiin.adero
@Jechoota_saykolojii
744 viewsÃrìf Høt, 19:44
2023-02-15 22:51:46
Jechoota Saykolojiii pinned a photo
19:51
2023-02-15 22:48:40
Dhiifama godhi garuu hin irraanfatin
Dogogora kheetirraa baradhu garuu hin sheenawin.
@jechoota_saykolojii
976 viewsÃrìf Høt, 19:48
2023-01-22 22:51:01
Gaarummaan akka Cabbiiti, waan haguuge hunda bareecha
@Jechoota_saykolojii
1.1K viewsÃrìf Høt, 19:51
2023-01-04 22:21:28
"Guddinni kee namoota jijjiirama kee hin barbaanneef sodaa dha."
@jechoota_saykolojii
1.2K viewsÃrìf Høt, 19:21
2022-12-29 12:50:16
Waan qabduun gammadi waan barbaaduf hojjacha.
@Jechoota_saykolojii
1.2K viewsÃrìf Høt, 09:50
2022-12-13 23:08:31
Hanga na bartuttii nan madaaliin,
Hanga nan dorgomtuttii nan xiqqeessin,
Hanga na wajjin dubbatuttii waa'ee koo hin dubbatiin .
@Jechoota_saykolojii
1.4K viewsÃrìf Høt, 20:08
2022-11-30 16:08:59
#happiness_diary
#Nama milkaa'ina qabu ta'uu osoo hin taane nama gatii guddaa qabu ta'uuf yaali
@jechoota_saykolojii
1.7K viewsÃrìf Høt, 13:08